ታላቅ የምስራች አዳዲስ የስራ ፈጠራ ሀሳብ ላላችሁ በሙሉ::Baankiin Awaash dorgomii Kalaqa hojii yeroo gabaabaa keessatti jalqabuuf.

አዋሽ ባንክ የስራ ፈጠራ ወድድር በቅርቡ ሊጀምር ነዉ:: የፈጠራ ሀሳብ ያላቸው የውድድሩ ተሳታፊዎች የሙያዊ ክህሎት ስልጠና እንዲሁም በየደረጃው የገንዘብ ሽልማት የሚያገኙ ሲሆን ከ1ኛ እሰከ 5ኛ የሚወጡ የመጨረሻዎቹ የውደድሩ አሸናፊዎችም ከብር 200 ሺህ እስከ አንድ ሚሊዮን የገንዘብ ሽልማትና የፈጠራ ሀሳባቸውን ተግባራዊ የሚያደርጉበት እስከ ብር አምስት ሚሊዮን የሚደርስ ከዋስትና ነፃ የብድር አገልግሎት ይመቻችላቸዋል፡፡
Dorgommichi lammiilee kalaqa hojii qabaniifi hanqinnii ogummaa fi faayinaansii gufuu itti ta’eef leenjii gahumsa ogummaafi ijaarsa dandeettii akkasumas dhiyeessii faayinaasiitiif haala ni mijeessa.
Dorgommii kanarratti lammiileen dandeettii waa uumuu qaban hundi ni dorgonu, kanneen 1ffaa hanga 5ffaa bahanimmoo birrii kuma 200 hanga miiliyoona tokkoo ni badhaafamu, utuu homaa hin qabsiisiin tajaajili liqii hanga birrii miiyoona shaniis akka pirojektii ittiin dorgomanii mo’atan hojiirra oolchaniif ni mijaa’aaf.

Share
Facebook
Twitter
LinkedIn
Telegram

Apr 25, 2024 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
56.8795 58.0171
GBP
67.5577 68.9089
EUR
60.7928 62.0087
AED
14.0132 14.2935
SAR
13.7240 13.9985
CHF
59.3920 60.5798

Exchange Rate
Close