የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ለአዋሽ ባንክ እውቅናና የምስጋና ሰርተፍኬት አበረከተ

በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር የአራዳ ክ/ከተማ ወረዳ 08 አስተዳደር መስከረም 12 ቀን 2013 ዓ.ም የታላቁ የኢትዮጵያ ህዳሴ ግድብ ዋንጫን በአዋሽ ባንክ ዋ/መ/ቤት ይዞ በመገኘት ህዝባዊ ንቅናቄ ባደረገበት ወቅት በጽ/ቤቱ ተወካይ አማካኝነት ባንኩ ለግድቡ ግንባታ ላበረከተው የብር የ25 ሚሊዮን የቦንድ ግዥ እውቅናና የምስጋና ሰርተፍኬት አበርክቷል።
አዋሽ ባንክ ያደረገውን የቦንድ ግዥን ጨምሮ በተለያዩ ግዜያት የተለያዪ ድጋፎችን ሲያደርግ መቆየቱንና በቀጣይም የግድቡ ግንባታ እስከሚጠናቀቅ ድረስ ድጋፉን አጠናክሮ እንደሚቀጥል ተገልጿል፡፡

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Baankii Awaashiif Beekkamtiifi Waraqaa Ragaa Kenne

Baankiin Awaash Birrii Miiliyoona 25n Boondii Bituudhaan deeggarsa Maallaqaa ijaarsa Hidha Haaromsa Guddichaa Itoophiyaatiif taasiseef Bulchiinsa magaalaa Finfinnee, Kutaa Magaalaa Araadaatti Bulchiinsi Aanaa 08 Badhaasa Beekkamtiifi Waraqaa Ragaa kenne.
Bakka Bu’aan Bulchiinsa Aanichaa Kaka’umsa Ummataa uumuuf wayita Waancaa Hidha Haaromsa Guddichaa Gara Waajjira Muummee Baankii Awaash fidanii dhufanitti, deeggarsa Maallaqaa Baankiin Awaash Taasiseef galateeffatanii Waraqaa ragaa qophaa’eef kennaniiru.
Deeggarsi Baankiin Awaash milkaa’ina ijaarsa Hidha haaromsa Guddicha Itoophiyaatiif taasisu hanga xumuraatti cimee kan itti fufu ta’uunis wayituma kana himameera.

Share
Facebook
Twitter
LinkedIn
Telegram

Apr 25, 2024 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
56.8795 58.0171
GBP
67.5577 68.9089
EUR
60.7928 62.0087
AED
14.0132 14.2935
SAR
13.7240 13.9985
CHF
59.3920 60.5798

Exchange Rate
Close